Welcome!Welcome!
This channel is part of the discussion
DR. AYU appears in 23 event pages on TGListAraada fedhii wal-qunnamtii saalaa ofiin ofirraa baasuu (gaasee) Akkamitti dhiisuun dandaa’ama? 1.Araadaan qabamaa jirta yoo ta’e dursitee amanuu qabda. 2. Dhiisuudhaaf fedha qabda yoo ta’e dursitee akka dhiisuu dandeessu waadaa ofiif gali. 3. Kutaa dhiqannaa fi mana fincaanii…
Gosoota Soorataa Kaansarii Ittisan: ************ Addunyaa kanarratti dhukkubota jiran keessaa yoo yaaddan kan sodaa isinitti uumu kami? Dhibeen HIV-AIDS'n dhukkuba dawaa hin qabne jedhamee sodaatama tureera. Ana garuu dhibeen hamaan na sodaachisu yoo jiraate "KAANSARII" dha.…
FAAYIDAA ROOZMARII (Rosemary) 1. Kaansarii Ittisuuf Gargaara: Roosmariin antioxidant cimaa ta’an of keessaa qaba – fakkeenyaaf carnosol fi rosmarinic acid. Isaan kun hojiirra oolanii rakkoo kaansarii gara garaa akka kaansarii sombaa, garaachaa fi tiruu ittisuuf gargaara. 2.…
Hubannoo Marsaa Laguu waan beekuu qabnu! ******* Xuriin laguu qophii jijjiramaa qaamni hormaata dubaraa hormoonota adda addaatiin wol hormaataaf ji'a ji'aan godhu dha. -- ■ Yeroo baay'ee kan inni itti dhufu guyyaa 28tiin yoo ta'u, guyyaa 21-35 yoo turaa kan dhufu ta'es rakkinna…
Gosoota Soorataa Kaansarii Ittisan: ************ Addunyaa kanarratti dhukkubota jiran keessaa yoo yaaddan kan sodaa isinitti uumu kami? Dhibeen HIV-AIDS'n dhukkuba dawaa hin qabne jedhamee sodaatama tureera. Ana garuu dhibeen hamaan na sodaachisu yoo jiraate "KAANSARII" dha.…
FAAYIDAA ZEEYTUUNAA/ GUAVA ••••••••••••••••••••••••••••••• ✏ Dubartootaaf, ciniinnaa garaa yeroo marsaa laguu ni hir'isa. {Keessaattu baala zeeytuunaa guyyatti yoo fayyadaman (guava leaf extract daily} ✏ Zeeytuunni farra dhippinaati ( anti stress agent) ✏ zeeytuunni dhiitawwuu…