Just to share training materials prepared for lawyers!
This channel is part of the discussion
desberofmm appears in 23 event pages on TGList👉"For instance, in Tilahun, the court stated that Amanuel Specialised Mental Hospital has the "authority" to decide competence." This suggests several things which obviously are wrong. Also, simply because the report comes from a government institution influences the court's…
👉"For instance, in Tilahun, the court stated that Amanuel Specialised Mental Hospital has the "authority" to decide competence." This suggests several things which obviously are wrong. Also, simply because the report comes from a government institution influences the court's…
Garaagarummaa 'Commercial Travelers', 'Commercial Representatives', 'Commercial Agent', 'Broker', 'Commision Agent' fi 'Stock Brockers' Gidduu Jiru (Akka Abrahaam Yoohaannis barreessetti) 👉Fuula Fb Aberham Yohanes (barsiisaa seeraa kiyya kan ture) jedhu irraa kan fudhatame)…
SEERA KAAMPAANII KEESSATTI "MAALLAQA HAADHOO" (CAPITAL) JECHUUN MAAL JECHUUDHAA? JECHICHI OGEEYYII HERREGAA YKN DINAGDEE BIRATTI HOO AKKAMITTI HUBATAMAA? MAALLAQNI KUN WABUMMAA GAAFATTOOTA MAALLAQAATIIF QOFA OOLAMOO ITTIIN HOJJECHUUN NI DANDA'AMA?…
Akkaataa Seerota Taaksii Naannoo Keenyaatiin Kisaaraan Daldalaa Tokkoo Kan Ce'u ( Loss Carry Forward) Haaldureen Akkamii Yoo Guutedhaa? °°°===°°°°°°=====°°°°°°°°=======°°°° ✅Kisaaraa taaksii (Tax Loss) jechuun kisaaraa wayita hangi baasii ati hir'isifachuu dandeessu (deductible…
Taaksii Waliin Dhahuu (Tax Fraud) fi Taaksii Miliksuu (Tax Evasion) ===√√√√===√√√√√√======√√√√√√ ✅Labsiin Bulchiinsa Taaksii Federaalaa, Lakk.1434/2018 (Labsii Lakk.983/2008 kan fooyyessee) kwt 2(48) jalatti "Taaksii Waliin Dhahuu" jechuun maal jechuu akka ta'e haala bal'ina…