Para viver uma vida de sucesso, você precisa estar pronto para usar seu PODER, motivação e HABILIDADE ocultoshttps://adsly.me/@gaggeessummaaSite: gaggeessummaa.comCompre anúncios: https://telega.io/c/GaggeessummaaContato:@Getu_Abera
This channel is part of the discussion
LEADERSHIP AND PSYCHOLOGY appears in 11 event pages on TGListDAAMUU Fi TITIISA ▬▬▬▬▬▬▬▬ 🗣️ Daamuu fi Titiisni obbolaadha. Daamuun angafa yoo ta'u, Titiisni immoo quxisuudha. Haa ta'u malee jireenya mataa isaanii jiraachuuf waan baay'ee hojjetu. Lamaan isaanii iyyuu baal'ee qabu; ni balali'u! 💭 Hojii hojjetanii fi jireenya jiraatan…
Gorsa xinnoo kana HUBADHU! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🔴 Bagan kufes; bagan ka'es, kan Albeenis danqaraanis natti fiigu argeera jette dullattiin Sa'aa. ✅ Mudannoon rakkinaa yeroo tokko tokko eenyummaa hiriyoota kee dhugaa hedduu si barsiisa. ➡️"Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyaa…
🗣️ ONE MISTAKE EVERY MAN MUST AVOID. 1. Do not build your life around a woman. ✉️ That's the greatest mistake a man can ever make in his life, you lose your relevance, authority, leadership delegation on a woman once you start building your life around a woman. Relationship or…
📝Galma Koo Bira Ga’uuf Kaka’umsa Akkamittan Qabaadha❓⬇️ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➡️Maaliif waan tokko hojjechuu akka barbaaddu of yaadachiisi. Faayidaa kaayyoo kee galmaan gahuu fi bu'aa galma kana raawwachuu dhiisuun fidu irratti yaadi. Sababa kee barreessi yeroo baay’ee ilaali! ➡️Hojii…
📝Galma Koo Bira Ga’uuf Kaka’umsa Akkamittan Qabaadha❓⬇️ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➡️Maaliif waan tokko hojjechuu akka barbaaddu of yaadachiisi. Faayidaa kaayyoo kee galmaan gahuu fi bu'aa galma kana raawwachuu dhiisuun fidu irratti yaadi. Sababa kee barreessi yeroo baay’ee ilaali! ➡️Hojii…
🗣Yaada guddinaa horachuuf karaalee 8: ▬▬▬▬▬▬▬ 1. Sagalee yaada keessa kee jiru dhaggeeffadhu! 2. Filannoo akka qabdu hubadhu! 3. Sagalee yaada guddinaatiin deebi'ii haasa'i! 4. Shaakali! 5. Gargaarsa alaa barbaadi! 6. Namoota biroo irraa fudhatama barbaaduu dhiisi! 7. Jecha…