ओरोमिया बैंक परिचालन को अनुकूलित करने, मूल्य जोड़ने और बेहतर ग्राहक अनुभव प्रदान करने के लिए लगातार आधुनिक दृष्टिकोण अपना रहा है।
This channel is part of the discussion
Oromia Bank appears in 9 event pages on TGListMaatii Baankii Oromiyaa ta’aa! Waa’ee tajaajila Baankii keenyaa, gita hojii banaa Baankiin keenya baasu akkasumas odeeffannoo haaraa fi wayitawaa argachuuf fuula Miidiyaa hawaasaa armaan gadii hordofuun, maatii Baankii keenyaa ta’aa! የኦሮሚያ ባንክ ቤተሰብ ይሁኑ! ባንካችን ስለሚሰጣቸው አገልግሎቶች፣…
Marsariitii Baankii Oromiyaa Daawwattanii Beektuu? Waa’ee tajaajila baankii ammayawaa Baankii keenyaa, fillannoowwan haaraa Tajaajila Qusannaa, odeeffannoo Liqii, tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa akkasumas waa’ee Tajaajila Baankii Dijitaalaa odeeffannoo guutuu argachuuf…
Maatii Baankii Oromiyaa ta’aa! Waa’ee tajaajila Baankii keenyaa, gita hojii banaa Baankiin keenya baasu akkasumas odeeffannoo haaraa fi wayitawaa argachuuf fuula Miidiyaa hawaasaa armaan gadii hordofuun, maatii Baankii keenyaa ta’aa! የኦሮሚያ ባንክ ቤተሰብ ይሁኑ! ባንካችን ስለሚሰጣቸው አገልግሎቶች፣…
የጥንቃቄ መልዕክት⚠️ ውድ ደንበኞቻችን፣ ከታች የተዘረዘሩትን የጥንቃቄ እርምጃዎች በመዉሰድ የባንክ ሂሳብዎን ከአጭበርባሪዎች ይጠብቁ! • የዲጂታል ባንኪንግ የሚስጥር ቁጥር፣ የይለፍ ቃል፣ የአንድ ጊዜ የሚስጥር ኮድ (OTP)፣ የማረጋገጫ ኮድ እና ሌሎች የደህንነት መረጃዎችን በፍጹም ለማንም አያጋሩ፤ • በአጭር የጽሑፍ መልዕክት ፣ በኢሜይል ወይም በማህበራዊ ሚዲያ የሚላኩ አጠራጣሪ ማስፈንጠሪያዎች (suspicious links) አይክፈቱ፤…
Tapha Waancaa Addunyaa 2026 kan xumuraa Garee Biyyaalessaa Spain fi Argentina gidduutti taasifamee tureef gaaffii tilmaamaa, badhaafamaa gaafanneen namoonni hedduun deebisaniiru. Namoonni gaaffii kana yeroo fi seera dorgomichaa eeguun deebii sirrii kennan injifataniiru. Kanneen…
Tapha Waancaa Addunyaa 2026 kan xumuraa Garee Biyyaalessaa Spain fi Argentina gidduutti taasifamee tureef gaaffii tilmaamaa, badhaafamaa gaafanneen namoonni hedduun deebisaniiru. Namoonni gaaffii kana yeroo fi seera dorgomichaa eeguun deebii sirrii kennan injifataniiru. Kanneen…