For Affiliate program:@Firmo44Buy ads https://telega.io/c/Manchester_United_fan2Video fi suuraf https://t.me/suura_fi_video_man_united
This channel is part of the discussion
MAN UNITED ORO FAN appears in 4 event pages on TGListHar'a "July 28", guyyaa dhaloota leenjisaa olaanaa kilabii keenyaa Maanchistar Yunaayitid Maayikeel Kaariik waggaa 45ffaa ti. -> Taphoota Kaariik kilabii keenyaaf taphate * Tapha 464 irratti hirmaateera * Goolii 24 galcheera * 35 kubbaawwan mijeessee kenneera -> Taphoota 21…
Yunaayitid torbee kana taphattii ni DEEBII'AA 🔥 Man United 🆚 Madrid_Atletico 📆 sanbata Hagayya 1 🏟️Dirree Istirooberii Dargaggeessi Andiree Saantoos duuba dhaabatee jiru kun taphaa isaa jalqabaa Yunaayitid irratti hirmaachuu danda'aa? 🤔 #MUFC #MANCHESTER_UNITED ♡ ㅤ ⌲ 🔕 ✉️…
Marcus Rashford ergaa nagaa isaa fuula Instagram isaa irratti maxxanseera!! " Namoota yeroon kilabicha keessa ture gaarii fi yaadatamuu danda'u godhe hunda galateeffachuun barbaada " " Yeroo hunda itti gammadee kilabichaa fi deeggartoota hundaaf waan gaarii hawwa " “ Viskaa El…
#update Maanchistar Yunaayitid osoo hin taane Raafaa'eel Liya'oo mataan isaa Yunaayitid barbaada ture. Bakka bu'aan Liya'oo taphaticha Maanchistar Yunaayitid fi kilaboota biroof dhiyeessee jira; yeroo dhiyootti eenyu akka dhiyeessii dhiyeessu ilaaluuf eegaa jiru. [Been…