Imalli Koo Galma Qaba
This channel is part of the discussion
Imalli Koo Galma Qaba appears in 7 event pages on TGListOolmaa kee laalladhu,nama si marsee jiraatu adda baasi,hiriyaa barnoota jaalatu,saahiba hujii jaalatu, nama daaangaa namaatiifi daangaa Rabbii tikfatu wajji jiraataa jirta moo,isa ganamaafi galgalallee dhimma nama dhuunfaa hujii taasifatee alanshaa oolu,kan garaa ufii qofa…
Waraanni Sa'uud Arabiyaa fi Mootummaa Yaman kan beekamtii addunyaa qabu gama tokkoon hiriirsee, Sosochii Ansaarullah Yaman ykn Huutii kan Iraaniin deeggaraman gidduutti gaggeeffamaa jiru hammaatee itti fufeera. Huutiin Baab Al Mandabiin to'atee dooniin Sa'uud Arabiyaa tokko…
Doktoora Fayyaa erraa gara Maaraataa Daandii erraa tahuu Namni isin Suuraa erratti Argutan Kun Doktoor muhammad Saalih Al-Abiidii jedhama. Ogeessa fayyaa doktoora ajaaibaa kan Baqaqsanii yaaluu erratti erra guddaa Umurii isaa fixeedha Guyyaa Tokko Akkuma Ojii isaa Dhukkubsataa…
📷 " Aqlii Jabduu Qabaachuu kee kan beektuun akka ofii itti nama hubatte osoo hin taane akka namni itti si hubate gaafa Beektuudha beeki..! Ilaame osoo of hin barin nama baruuf hin deemin osoo of hin argatin keessa namaa arguuf hin carraaqin osoo gatii kee hin beekin gatii nama…
Ati tokkoma kooppiin kee hin jiruu, Nama kamiinuu of hin madaalin. Namni kamiyyuu daandii, haalaa fi kaayyoo mataa isaa qaba. Yeroo hunda nama biraa bira of qabuun gammachuu kee hata. Dorgommiin dhugaa mataa kee wajjin Daandii kaayyoo imala qabsoo kee wajjin taasisi Madaala kee…
Dhiirota akkasii wajjin jireenya milkaa'inaa hin dabarsitu ! 1. Dhiira Xuuxuuf araadaan dhukkaa'ee suusiin rukutamee Laamsha’e 2. Dhiira Salaata dabarsu (hin salaanne) 3 Dhiira Salaata walitti guuree salaatu 4 Dhiira Haadhaf Abbaa isaatti Jallatu 5 Dhiira Dubartitti qoosu 6…