مدونة حول القانون الإثيوبي والتعليم القانوني المجاني
This channel is part of the discussion
Musa.H.Ⓜ️.Law Room appears in 5 event pages on TGList#Hordoftootaa Fi Obboleewwan kiyya jaalatamoo hunda dursee akkam naaf jirtan ani nagaha Kooti. Iddoo jirtan hundaati nagahaa fi fayyaa naaf ta'aa jechaa arra waan tokko isin kadhachuuf deema. Innis fuula facebook kiyya irra uggura narra kaa'anii waan jiraniif uggurri kun hanga…
#Beeksisa_Qaacarrii. Dhaabbanni Gamtaa Awroopaa Finfinnee jiru beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan odeeffannoo isaa guutuu fi akkaataa galmee asii argachuu dandeessu 👇👇
Garaagarummaa Gibira Irraa Baqachuu (Tax Avoidance) fi Gibira Miliqsuu (Tax Evasion) ==°°°======°°°°°°======°°°°°°°===== ✅Kaffalaan gibiraa tokko ykn tokkoo ol karoora gibira irraa baqachuuf isaan dandeessisu baafachuunifi hojiirra oolchuun faayidaa gibiraa argataniiru yoo…
#Beeksisa_Qaacarrii. Ethiopian Conformity assessment gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif dorgoomuuf fedhii qabdan odeeffannoo isaa guutuu fi akkaataa galmee asii argachuu dandeessu 👇👇
#Hordoftootaa Fi Obboleewwan kiyya jaalatamoo hunda dursee akkam naaf jirtan ani nagaha Kooti. Iddoo jirtan hundaati nagahaa fi fayyaa naaf ta'aa jechaa arra waan tokko isin kadhachuuf deema. Innis fuula facebook kiyya irra uggura narra kaa'anii waan jiraniif uggurri kun hanga…