منشورات أخرى — صفحة 2

30 منشور إجمالًا
I
Imalli Koo Galma Qaba
@imaluuf
2.4K

𝐎𝐟 𝐒𝐨𝐛𝐧aam...!👌

1. Karoorsanii dilii hujuu irra, nyaata summaawe Nyaachuu wayya.

2. Baratanii Itti hojjachuu dhabuu irra, wallaalumma ofiitiin gaarii dalagutu caala.

3. Sadaqaa namaaf kennanii dhaadachuu irra, Miskiinummaa wayya.

4. Maallaqni gammachuu siif hin bitu, garuu gammachuu sijalaa hata. Namni gurguddaa fi kabajamaan hedduu maallaqa dhabuu isaatiin xiqqeeffameera.

5. Osoo Rabbiin kafana kabajaa isatti uffisuu baatee, ilmi namaa hundi qullaa jira.

6. Ilkaan bareedaa Rabbi namaaf kenneen foon obboleeyyan ofii hamiin nyaachuu irra, ilkaan fixatanii muuqii dhuguu wayya.

7. Mammaaksi “Haatee Durbaa? Jennaan, dur kaa.” Jedhan sun jijjiirameera. “Haatee durbaa? Jennaan, harka dhibbaa “ tti jijjiirameera. Bara kana haadhumatu akka dubra duriitti qaanfii qaba, kabaja qaba, sharafa dubrummaa beeka.

8. Nama qaala’iinsi jireenyaa sooqidda bitachuu dhoorge, Doktorri shukkaarri kee ol ka’eera, of eegi ykn sigalaafata jedhaan

https://t.me/Imaluuf/

0
0
@loop00_00
7.7K

Quelli che ti dicono “guarisci” spesso intendono: “smetti di essere scomodo.” Smetti di sentire troppo. Smetti di arrabbiarti. Smetti di tremare. Smetti di amare con tutto il corpo. Diventa tranquillo. Gestibile. Compatibile. Ti vogliono sereno nel modo in cui vogliono sereni gli animali allo zoo. Sedati. Perché questa società non sa cosa farsene di una persona viva davvero. Allora trasformano tutto in terapia contro l’intensità. La rabbia diventa tossica. La passione diventa instabilità. La sensibilità diventa un difetto da correggere. E lentamente la gente comincia a mutilarsi da sola pur di sembrare “guarita”. Noi no. Noi non vogliamo tornare innocui. Vogliamo tornare veri. Anche se significa sentire di più. Anche se significa soffrire di più. Anche se significa guardare il mondo senza anestesia. Perché certi dolori non chiedono di essere cancellati. Chiedono di essere ascoltati. E forse la vera guarigione non è diventare calmi. È smettere finalmente di tradire ciò che senti.

- 🐺 Stirpe Randagia

𝐌𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐇𝐢𝐧𝐭𝐚𝐚𝐧𝐞?
@maaliif_hintaane
815

Mootiin Ottoomaan Turkii durii Ahmed gara waraanaatti deemuuf jedhee haadha manaa isaa (mootittii bareedduu) kutaa tokko keessatti balbala itti cufee furtuu balbalichaas hiriyyaa isaa dhiyoo kan ta'e Muusaaf kennee akkas jedheen, "guyyaa afur booda yoon hin deebi'in, kutaa sana banadhuutii haadha manaa koo fuudhi" jedhee farda isaa yaabbatee gara dirree waraanaa deeme. Sa'aatii walakkaa booda of duuba garagalee gaafa ilaalu nama isa duuba dhukkee (awwaara) kaasaa itti fiigu argee dhaabbate.

Gaafa itti dhiyaatu hiriyyaa isaa Muusaadha. "Maaltu si mudate?" jedhee mootichi isa gaafate. Hiriyyaan isaa baay'ee fiiguu isaarraa kan ka'e hafuura ciccitaa baafachaa "furtuu dogoggoraa naaf kennite" jedhee deebiseefi. Mootichis ajaa'ibsiifannaa fi naasuudhaan isa ilaalaa "maal jette?..." jedhen. Hubadhaa, furtuu isaaf kennameen kutaa san banee haadha manaa mootichaa jalaa fudhachuuf guyyaa afurii mitii sa'aatii afurillee obsuu hin dandeenye. Yeroo takka takka nama yaada garaa keetii hunda itti himattee, nama kooti jettee itti dhihaattu, kan waliin nyaattan, gaddaa fi gammachuu kan waliin dabarsitan,... haala mijataa eegee si ganuun isaa hin oolu. Nama sirritti adda bafatte malee, nama hunda of eeggannoo fi hubannaan waliin jiraadhu malee tasuma hin amanin. Ati isaaniif waan gaarii yaaduufii oolmaa gaarii ooluu dandeessa, isaan garuu du'a siif hawwuu malu, boolla siif qotuu danda'u waan ta'eef of eegi.

Amanamaan Rabbii Tokkicha Qofa!!!! https://t.me/Maaliif_Hintaane

D
Dr. Ilillii Jemaal
@ililliijemal
10.1K

Funuuna Funyaanii Akkamitti Ofirraa Dhaabuu Dandeenya?

Salphaadha! Biqiltuu naannoo Keessanitti argamu Doobbii qofa Isin Barbaachisa Eeyye Doobbii: baala doobbii tumtanii(cafeyxanii) akka juusiitti dhangala'aa gootu ykn cuunfaa isaa qopheessitu. Ergasii cuunfaa doobbii sana maankaa shaayii tokko fudhattanii jibriitti dhuubdanii funyaanitti suuqattu. Kanuma. Fedha Rabbiitiin funuuna irraa bilisa taatu.

Yeeroo sirritti tumamee gara juusitti jijjiiramu nama hin gubu!

E
English for IT & from IT 🇺🇦 | WannaBlab
@eng_wannablab
1.9K

Idioms bring wisdom 🐇 #idiomoftheweek

Pull a rabbit out of a hat — несподівано знайти рішення складної проблеми

Ex. The team pulled a rabbit out of a hat and fixed the issue just before the release. Команда дивом знайшла рішення й виправила проблему прямо перед релізом.

Сайт | Instagram | TG-bot | Відгуки

P
Philosophy فلسفه 🤔🧠.
@baraarujiawoodahaaga
1.5K

{كَيْفَ تَصْبِرُ عَلَىٰ مَا لَمْ تُحِطْ بِهِ خُبْرًا}

Sidee baad ugu samri kartaa wax aadan aqoon buuxda u lahayn?

Way ku adag tahay bini’aadamka, caqligiisa xaddidan iyo qalbigiisa walwalsan, inuu fahmo wax kasta oo ku dhacaya. Inuu garto xikmadda ku duugan dib-u-dhac daaliyay, murugo qalbigiisa cuslaysay, ama imtixaan u yimid isaga oo aan garanayn sababta uu u yimid. Annagu waxaan aragnaa oo keliya qayb yar oo sheekada ka mid ah, halka Alle uu arko sheekada oo dhan, isaga oo ku eegaya naxariistiisa iyo xikmaddiisa dhamaystiran. Imisa arrimood ayaan u malaynay inay shar yihiin, dabadeedna markii dambe ogaanay inay ahaayeen naxariis qarsoon. Imisa albaab ayaa wajiyadeenna laga xidhay, halka Alle noo furayay jid ka xasilloon, kana khayr badan wixii aynu rajaynaynay. Waxaa hubaal ah in qorshaha Alle uu ka qurux badan yahay qorshaheenna, naxariistiisuna ay ka ballaaran tahay fahamkeenna. Sidaas darteed, ku kalsoonow Rabbigaaga .

@mizki_maxamuud